Eenyuudha Nutii Eenyuudha Nutii

681dfa1b58c07.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Eenyuudha Nutii eenyuudha Nutii
Yaa Waaqayyoo kansi fuuldura dhaabbannuu
Kan kanaan nu gachuu qulqullummaa hin qabnuu *2
Yakka Keenya hin beeknuu namnii tokko si malee yaa Gooftaa
Dhufnee sitting boonyaa sin dhoksinuu ati hundumaa beektaa
Oljechuu dadhabnee boquu buusnee baay'inaa cubbuunii
Gadadamoo fidee as nu dhaamsee nama nu gachuunii
Utuu ati nu hin nuffin nu nuffanii mana kee keessattii
Maqaa keen jabaannee yoona geenyee Akka namaa mitii
Maqaa nu moggaasuu yaa Waaqayyoo maqaa Nutii hin qabnee
Nuu waammattee malee Gooftaa Keenya nuti yoom qophoofnee
Nu leyyaasisuudhaaf hin barbaannee ati guyyaa tokko
Rakkannee yoo dhufnee nu hin nuffinee ati guyyaa tokko
Ati ergaa nu waamtee nu hin gatin yaa Waaqa baduu hin feenuu
Garaa kee kutadhuu biyya lafaa nu garaa kee hin dhufnuu

Please Login / register to comment!

Related Posts

67c41efb76434.jpg
Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee

Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee Ilma isa tokkichaa sanaa dabarsee inni nuuf laate Namni ...

Read More
67c610b243c8b.jpg
Geenyeef miti

Geenyeef miti fuulaa kee duraa Hulaa dhabbannee fagootu jiraa Waadaan dagatuu nama hin tuffatuu S ...

Read More
681b096541c4f.jpg
Tiksee gaariin qaba

Tiksee gaariin qaba Abbaa gaariin qaba Waa'e isaan odeessa Jireenyi koo isaa Bittaansaa jaalal ...

Read More
681dfc1cf1128.jpg
Galataan dhiyeessaa

Galataan dhiyeessaa ani waaqa na jaallateef Yommuun daagatamee sana isa na yaadatee Mooti ...

Read More
681cb0e7e59f1.jpg
Dhiigaan bitaamnerra

Yakkamuun keenya hafe dhiigaan bitaamnerra Waadaa bara hedduu isaan rawwaterraa Lubbuun keenyas de ...

Read More
67b9eda39585c.jpg
Ati na gargaarii

Ati na gargaarii yaa waaqa koo Ati na hin gatin yaa uumaa koo Sittin laadhe bara jireenya koo(2) ...

Read More
67c41daa0b59a.jpg
Kan akka Waaqayyoo eessatti argamaa

Kan akka Waaqayyoo eessatti argamaa Ililleef gammachuun faarsinaa yaa namaa Galanaa Ertiraa kan ...

Read More
681b4b454aa80.jpg
Surraan Adeemta

Surraan adeemta takkaa hin durfamtu, Abidda dhaamsuuf bishaan hin baattu. Galmee badiinsaa ni haar ...

Read More
67c164db35833.jpg
Jaalalli samiirraa harkisee si buusee

Jaalalli samiirraa harkisee si buusee Ilmaan Addaam hunduu si gaddisiisee Hidhaa cubbuurraatti dhi ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.