Nageenya keenya Waaqni keenya

Category > Galata Gooftaa
681e06356f77b.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Nageenya keenya Waaqni keenya
Jeequmsa kaasee nu hin yaaddessuu diinni
keenyaa
Nutoo hin raafamnuu Gooftaa qabnaa
nageenya keenyaa
Diinni hin moo’amee humna Gooftaan
Irra ejjenneerraa fannoo isaan
Galmii si’oolii hin diigamee
Misiraachoon keenya lallabamee(2)
Nu wajjin jiraa baanee galluuti
Mootiin moototaa faajjii nagaati
Nu hin dursu karaa kamiinii
Humna uffanneerra Gooftaanii(2
Yammuu inni ka’u waaqni keenyaa
Dura hin dhaabbatuu diinni keenyaa
Humna fari’oon rukutee
gammachuun afaan nu guutee(2)
Rakkoon marfamee daandiin keenyaa
Baay’ee cimullee lolli keenyaa
Gooftaan dabarsee arginee
Waaqa keenyaattis gammannee

Please Login / register to comment!

Related Posts

681b096541c4f.jpg
Tiksee gaariin qaba

Tiksee gaariin qaba Abbaa gaariin qaba Waa'e isaan odeessa Jireenyi koo isaa Bittaansaa jaalal ...

Read More
681e05d1c1334.jpg
Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti

Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti/2/ Akka Daawiit anoo garbicha isaati /4/Eyyee Gooftaan koo Amaa ...

Read More
67c44a6623388.jpg
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee

Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...

Read More
681b0c1915325.jpg
Galateefamaadha

Galateeffamaadha hanga bara baraattii (x2) Amma bara baraattii mootiidha ati (x2) ...

Read More
681dfd56dc080.jpg
Ofumaa mitii nu waamun kee

Ofumaa mitii nu waamun kee Samii samiirraa gad bu'uun kee Bilisa nu baasera humni kee Nurra golbo ...

Read More
681b5b81893a8.jpg
Dhiphachuun kee gooftaa koo

Dhiphachuun kee gooftaa koo garaa na nyaataa Oolmaan kee qaraaniyoo kan guyyaa jimmaata Ati unuuf ...

Read More
681b4f68c594a.jpg
Waaqummaan kee dhugaadha

Waaqummaan kee dhugaadha, hin haalamu, Akkeenyi kee jaalala, hin qoratamu. Duris turtee ni jiraatt ...

Read More
681de8c114f17.jpg
Iyyesuus kiristoos waaqayyodha jette

Iyyesus kiristoos waaqayyodha jette Tewahidoon wangelaan nu barsisa turte Nutis dhuga baana eeey ...

Read More
67c45b9762fb5.jpg
Oolmaa keeti too naaf baay'atee

Eeyyee Oolmaa keeti too naaf baay'atee Na umtee turtee Jannatatti Aangoo kennite hundaa irratti ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.