Buhee jedhaa ×2
Kiristaanni hunduu
ilil jedhaa
Gooftaan keenya
Uuman Addunyaa
Waaqni nageenyaa
Garaa laafessa

Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa
Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife

Yaaiqob yohaannis
Akkasumaa pheexiroos
Waaqayyoo argaan
Museef Eliyaas
Abbaniis jedhe
Ilma koo dhagahaa
Jecha koodha
Kanan dhaale

Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuu ife ×2

Dabrataaboritti
ifni mul'ate
Tullu qulqullu
kangamachiisee
Naga Nagaa
Tullu taaboriif
Ifni waaqumma
sirratti ife

Sagaleesaa nii dhageenya
duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife ×2

Itophiyaanonni
Seenaa qabeyyi
Aadaa isaanii
Calaqiisisaan
Xombora ibsani
Akka abbota isaani
Icitii waan qabuuf
sinaa gammachisuu

Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keesss×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife×2

Bartoota isaatiif
Afuura erge
Itophiyaannonni
Kennan ishee guute
Buhee jedhaa
Buhee jedhaa
Kiristaannonni
Ilil jedhaa

Sagalee isaa nidhageenya duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife ×2

Waggan Ayyani wagaa dabalatan ayyani wagga dabalatan
Mana Abba kenya dabalataan
Ebbi Waaqaa yaaseenu dabalataan
Daammifi Ananii dabalataan
Itti nuuf yaa roobuu dabalataan
Mana Harmee keenyaa dabalataan
Eebbi waaqaa yaa seenuu dabalataan
Dammii fi Aananii dabalataa
Itti nuuf yaa roobu
Ayyani wagaa ×2

Akkuma jirtaniin
sinhin qoodin
Kiristoos Mirgaasaa
sinaa dhaabuu
Dhaaltuu mootummasaa
Sinaa taasisuu
Akkuma jirrunii nuhinqoodin
Kiristoos mirgaasaa
nuhaa dhaabuu
Dhaaltuu Mootumaasaa
nuhaa taasisu
Akuma jiruunii
Nuhinqoodin
Kiristoos mirgaasaa
Nuhaa dhaabuu
Waggaasaas nagaadhan
Nuun haa gahuu

Qulqullu ergamoota
qulqullu tolootaa
Eebbi waaqayyo
Mana hundaa seenu
Mana hundaa×2
Eebbi waaqa yaa seenu