Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Nu fayyisuudhaaf kan dhalate Amaanu'eel*2 Kan dhalate: Amaanu'eel*4 Dubreerraa dhalatee nu fayyiseera kansaa taaneerra*2 Fayyiseera: kansáa taaneerra*4 Ati yaa seexana diina keenya nurraa fagaadhu*2 Diina keenya: nurraa fagaadhu*4 Gooftaan jab...
Nu fayyisuudhaaf kan dhalate Amaanu'eel*2 Kan dhalate: Amaanu'eel*4 Dubreerraa dhalatee nu fayyise...
Misiraachoo Himnàa gammadaa amantoota Ifnii nuuf ba'eeraa abdiin amantoota Kakuun addaamidhaa ha...
Ati ati Beteliheem lafa Yihudaa Sirraatii dhalatee fayyisaan addunyaa Ulfina Addaamiifi……...
Ishoo ishoo nuu dhalate (2×) Samii samiirraatii gadbu’e Dubroo Maariyaamiirraa nuuf dhalate ...
F/taa Darajjee Boruu
Dhalateera gooftan fayyisaan addunyaa (x2) Durbee Maariyam irraan dhufe gara Keenya (x2) Ergamaa...
F/Dn Naa'ol Shallamaa
Dhalate gooftaan Maariyaam irraa*2 Raajamaa kan ture afaan raajotaatiin Isaayyaasis raajee afu...
F/taa Geetahun Shawaa
Nuuf Dhalatee dhalateeraa inni nuuf dhalate(2) Jaalalaa isaatiin Gooftaan nuuf Dhalatee ...