Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Giyoorgiis jabaadhaa jabaadhaa baay'ee cimaadhaa/2/ Eyyee Wareegamaa gooftaatii×2 goota amantaatii/4/ Dhugaa dubbii Waaqaaf of kennee du'attii jireenyaa dhugaadhaaf/2/ Eyyee [Gonfoo qulqullinaasi×2] argate Waaqa i...
Giyoorgiis jabaadhaa jabaadhaa baay'ee cimaadhaa/2/ Eyyee Wareegamaa gooftaatii×2 goota amantaati...
F/taa Muluken Abiyot
Hin callisnuu maalif teenya Haa dubbannu waa dhageenyaa Giyoorgisino abba keenya Kan nuuf kadh...
Ulfinni kee kennaan kee jabaa Simboo keettu harkaa nuu qaba Gootichaa abbaa amantii Taaklahaymano...
F/taa D/n Adaane Asraat
Mikaa'el naaf dhufee gadduun koo ni hafee Naannoo kan koo (2x) buufate eeggan koo Angafni ergamo...
Eenyutu hadheessa kan Waaqni filaate Eenyutu salphisaa gooftaan kan jaallate Waaqayyootu muudee qu...
F/taa Mul’ataa Tazarraa
Dhugaa amantii keef jecha wareegamtee, Badii tokko malee baaburaan daakamtee, Gonfoo samii torban ...