Mootichi yihuudaa Iyyesuus gooftaadha
Yoseph Tena
May 9, 2025
1742 Views
"
Anis nana jedhaa abbaa koo Iyyesuus seenii manaa koo(2x)
Giiftii koo miissiirroo solomoonsiin jedhee(2x)
Aniis nan jedhaa haadhaa koo maariyaam seenii manaa koo(2x)
Angafti ergaamotaa Mikaa’el suumadhaa(2x)
Aniis nana jedhaa eegaa koo Mikaa’eel seenii manaakoo(2x)
Ijoollee saadanii abiddaa kaan baastee(2x)
Anis nan jedhaa egaa koo Gabri’eel seenii manaa koo(2x)
Mootichi amantii Takliyyee sumadhaa(2x)
Aniis nan jedhaa abbaa koo Takliyyee seenii manaa koo(2x)
Mootichi ziiquwala Abuyee suumadhaa(2x)
Anis nan jedhaa abbaa koo Abuyee seenii manaa koo(2x)
Koot duumeessaanii koot duumessaanii(2x)
Fayyisaa keenyaa araara keetinii
Durbee Maariyaam kadhannaa keetinii
Ergamaa Mikaa’eel eegumsaa keetinii
Ergamaa Rufaa’eel eegumsaakeetiinii
Ergamaa gabri’eel eegumsaa keetinii
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu