Ulfinni kee guddaa

67bc4f613f99d.jpg
Posted on > 2025-02-24 00:00:00 Posted by > Web Master

Ulfinni kee guddaa Abbaa hundaa
Hunduma irratti aangoo qabda
Iyyesuus Kiristoos oolmaa nurra qabda

Hoolaa araaraati Gooftaa Qaraaniyoo
Isa hundaa du'e tokkicha Waaqayyoo
Wangeelaan baranne oolmaakee isa jabaa
Arjummaa kee Gooftaa dhaloota qaqqaba

Kan fannifameedha inni nuti lallabnu
Dhiigan isaan fayyine addunyaan martinuu
Irra diba hin qabu dhugichi ifadha
Kan dhokfamuu miti Gooftaan fayyisaadha

Okkolaa namootaa dhiigan kan fayyiste
Dibata qulqulluun abaarsa hambiste
Qara lapheerratti jaalalaan boojitee
Sagalee keetiini tokkichaan fayyiste

Caba laphee namaa eenyu hin argine
Qoratteetu beekta kan namni hin beekne
Faarsinee xumurru oolmaa kee yaa uumaa
Galataan mul’adhu yaa Gooftaa hundumaa

Please Login / register to comment!

Related Posts

681b4f68c594a.jpg
Waaqummaan kee dhugaadha

Waaqummaan kee dhugaadha, hin haalamu, Akkeenyi kee jaalala, hin qoratamu. Duris turtee ni jiraatt ...

Read More
67c03ff897926.jpg
Maaloo naa dhaga'i uumaa koo

Maaloo naa dhaga'i uumaa koo Si duwwaadha naf abdiin koo Jaalala keettu nan na dhiba Dubbatame ...

Read More
67c6e5015b9ec.png
Nuuf jette kan Duute gooftaa koo

Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani ...

Read More
Hin dukkanaa'uu abdiin koo

Hin dukkanna'uu abdiin koo Utoon sin qabu Waaqa koo Iddoon kufeetti hin hafuu nan ka'aa Qabsoo ji ...

Read More
67bac88a3ff8f.png
Mul'ata ifee ba'u

Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee k ...

Read More
681dffe27296a.jpg
Badiin Addaam Ga'ee

Badiin Addaam ga'ee fayyinni labsamuuf(2) Gabri'eel ergamee missiraachoo himuuf Gammadj maariy ...

Read More
67c421b01469d.jpg
Araari kee baay'eedha

Araari kee baay'eedha Dhiifamni kee dangaa hin qabu Harkaa keerraatti kufuu nuuf wayya yaa goofta ...

Read More
681ca19d37bbe.jpg
Mogoleen Koo Iyyeesuus Si'in Naaf Jabaatee

Mogoleen Koo Iyyeesuus Si'in Naaf Jabaatee Dadhabii keen, namummaan koo humnaa godhattee, Maqaa ke ...

Read More
681b26e8320af.jpg
Nan beeka iddoo koo kaleessaa

Nan beeka iddoo koo kaleessaa Bakka ati na fiddee dachee onaa kesssaa Garaa kotti yaannee tasa yaa ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.