Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti/2/
Akka Daawiit anoo garbicha isaati /4/Eyyee
Gooftaan koo Amaanu’eel baay’ee najaalate/2/
Seexana harkaa dhiiga isaan na bitate/4/Eyyee
Seexanni haa leeyaatu mormituun dinnikoo/2/
Humna Gooftaan mo’achuun yoomis kan
koo/4/Eyyee