Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Kennaa argatte misraachoo himuutti Aboo kan fudhatte fuuldura waaqatti Dhuguma argatte badhaasa kan Gooftaa Gabri'eeliin jenna duursaa ergamootaa Kochoo dirirsitee durasaatti qubatte Yeroo aarsaatti fuuldura dhaabbatte Raajii dubbatame Daani'...
F/taa Takluu Tashoomaa
Kennaa argatte misraachoo himuutti Aboo kan fudhatte fuuldura waaqatti Dhuguma argatte badhaasa ka...
F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa
Fuuldura Waaqayyo kan dhaabbattu Araraaf dhiifama kan kadhattu Hangafa Ergamootaa hundaa oli Sin ...
F/taa Dn Yaared Baqqalaa
Urjii kabajaa Ibsa Gadaamotaa Qulqullinni kee Akka Ergamootaa Gebremenfes Qiddus Gooticha Amantii ...
Gabri'eelii nu araarsi waaqaa keenyanii (2) Akka hin badnee akka hin dunee lubbuu keenyanii Ati q...
Siif haa ta'u nagaanii miidhagaa fooli urgaa Himaa misiraachoo Gabriel ergamaa nagaa Ulfina qabe...
Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutti si waamannaa nuu duukaa ta'i Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutt...
F/taa Gammachuu Buli
Raamaa irraa ifaan mul’ata, Aangoon isaanii ergamoota hogganaa, Gabri’eelif kabaja kennaa, Ga...
Gabri'eel abbaan koo na mil'aatte Bobaa'a ibiddaa keessa na baafatte Garaa lafeessa koo gaafa rakk...
F/taa Firaa'ol Tashoomaa
Ulfinni kee Guddaa Hangafa Ergamaa, Gargaara koo Dhugaa Gabri'eel sin waama. Fuula Waaqaa dura sur...