Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Tokkummaa nuuf kenni yaa Gooftaa yaadan tokko taana (2) Akka Duuka bu'oota keetii sii wajjin jiraanna Akka duuka bu'oota keeti Afuura keen jabaanna Akka Duungoo baquun Addunyaaf ifanii Dadhaaba fakkatan osoo humna qabanii Iyyasuu...
F/ttuu Margee Deebisaa
Ati na gargaarii yaa waaqa koo Ati na hin gatin yaa uumaa koo Sittin laadhe bara jireenya koo(2)...
F/taa D/n Ashanaafii Fikaaduu
Kottu Amaanu'eel kottu fayyisaakoo Tolakee natti uffisi hanbisi salphina koo Abbaa Dhiifamati.....