Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee koorraa kanan si waaqessu Amaneen dubbadha Hoomtuu Nan dangessu Sirraa kan argamee si malee hin jiraatu Eebbaan kan siin dhufe abaarsi hin a...
Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti/2/ Akka Daawiit anoo garbicha isaati /4/Eyyee Gooftaan koo Amaa...
Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa Kan akka waaqayyo olaanaan eenyudhaa Ilil jedhaa galataaf ...
Galateeffamaadhaa hanfa bara baraattii Hamma bara baraatti mootiidha innii(2) Dhoksaan jireen...
Badiin Addaam ga'ee fayyinni labsamuuf(2) Gabri'eel ergamee missiraachoo himuuf Gammadj maariy...
Galatan galchaafii Waaqa koofii Bultoo isaatti olseene sagadee isaafii Haallee haallee luyyaa Haa...
Ofumaa mitii nu waamun kee Samii samiirraa gad bu'uun kee Bilisa nu baasera humni kee Nurra golbo...
Galataan dhiyeessaa ani waaqa na jaallateef Yommuun daagatamee sana isa na yaadatee Mooti...
Ulfinaa waaqayyoo harkaa koon ol geessa Amma reefuun ba'ee dukaanicha keessaa Yaanni koos deebi'ee...
F/taa Garramuu Bayyisaa
Eenyuudha Nutii eenyuudha Nutii Yaa Waaqayyoo kansi fuuldura dhaabbannuu Kan kanaan nu gachuu qul...