Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee koorraa kanan si waaqessu Amaneen dubbadha Hoomtuu Nan dangessu Sirraa kan argamee si malee hin jiraatu Eebbaan kan siin dhufe abaarsi hin a...
F/taa D/n Fayyisaa Asrat
Fayyisaa(2) Addunyaa Mootiin moototaa Dorgomaa hin qabu baraan jiraata * Jirma wayiiniiti....Fayy...
F/taa D/n Taarikuu Haabtamuu
Iddoo buufata kee sodaadhanan dhufa Dhaga’i kadhannaa koo yaa Waaqa siif ifa Iddoo aarsaa keetii...
F/taa D/n Ashanaafii Fikaaduu
Fayyisaa kankoo /Dagachiisakoo/2 Akka abjuu darbe kaleessikoo Si'in Gooftaa Koo Huccuunkoo moof...
F/taa Abdiisa
Otumman Haasa'u Otummaan Dubbaadhu Waa'ee Arjummaa Kee Bulee Raajjefadhu Bulee Raajjefadhu Madd...
F/taa D/n Hirbaayee Hundeessaa
Siif kenneera Umurii koo Kunoo dhalii baroota Koo Keeti Gooftaa guutummaan Koo Ani keeti atis kan...
F/taa D/n Barsan Abdiisaa
Dugda diinoota koo kan naaf bitte furii lubbuu Koo Marga lalisaas kan naaf taate ati waaqakoo Yenn...
Suuraan koo taasa sin malee hin miidhaguu Abbaa akka kee taasumaa eessan arguu Mudaan qabuu erga a...
Ati na fayyisi an sin faarsa ×4 Saba kee hundattan waayee kee odeessa ~~~~Ati na fayyisi sin fa...
Nageenya keenya Waaqni keenya Jeequmsa kaasee nu hin yaaddessuu diinni keenyaa Nutoo hin raafamn...