Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee koorraa kanan si waaqessu Amaneen dubbadha Hoomtuu Nan dangessu Sirraa kan argamee si malee hin jiraatu Eebbaan kan siin dhufe abaarsi hin a...
Geenyeef miti fuulaa kee duraa Hulaa dhabbannee fagootu jiraa Waadaan dagatuu nama hin tuffatuu S...
F/taa D/n Boonsaa Nugusee
Eeyyee Oolmaa keeti too naaf baay'atee Na umtee turtee Jannatatti Aangoo kennite hundaa irratti...
F/taa D/n Mahaarii Kiroos
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...
Araari kee baay'eedha Dhiifamni kee dangaa hin qabu Harkaa keerraatti kufuu nuuf wayya yaa goofta...
Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee Ilma isa tokkichaa sanaa dabarsee inni nuuf laate Namni...
F/taa D/n Adaanee Asraat
Kan akka Waaqayyoo eessatti argamaa Ililleef gammachuun faarsinaa yaa namaa Galanaa Ertiraa kan ...
F/taa D/n Daawit Diriba
Jaalalli samiirraa harkisee si buusee Ilmaan Addaam hunduu si gaddisiisee Hidhaa cubbuurraatti dhi...
F/taa d/n Caalaa Tuulii
Maaloo naa dhaga'i uumaa koo Si duwwaadha naf abdiin koo Jaalala keettu nan na dhiba Dubbatame ...
F/ttuu Warqinesh Asfaw
Maaloo yaa Waaqayyoo uumaa keenyaa Fayyuu didem kunoo madaan keenyaa Galaanichi cubbuu dide guutee...