Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Tokkummaa nuuf kenni yaa Gooftaa yaadan tokko taana (2) Akka Duuka bu'oota keetii sii wajjin jiraanna Akka duuka bu'oota keeti Afuura keen jabaanna Akka Duungoo baquun Addunyaaf ifanii Dadhaaba fakkatan osoo humna qabanii Iyyasuu...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Galataaf dhaabbanne baraat lakka'amaa Sirraa nun fageessu haalotni gonkummaa Hirireerraa kunoo har...
F/ttuu Tizzitaa Gaaddisaa
Sin darbee hundumtuu gooftaa koo In tare martinuu abbaa koo Olmaa keen dubbaadha bar ani Hin caal...
Faarfattu Indaashash Damisso
Tellaattin dhufee akka nan minee diinii koo Ati na eggii na tiiksii gooftaa koo Sumataan bo’aa g...
F/tuu Hiruut Fisseha
Qabaadheef miti humna cima Jireenyi kan koo sitti waamama Anaaf bareechii jecha arrabaa koo Nafaa...
Mogoleen Koo Iyyeesuus Si'in Naaf Jabaatee Dadhabii keen, namummaan koo humnaa godhattee, Maqaa ke...
Jecha namaf miti hojiin kee gooftaa koo Ato hin tuffanne ilaalte seenaa koo Ni darba hundumtuu guy...
Ani dhiiseerraa bo'iichaa koo Naaf qoreerraa imimmaan koo Abbaa koo waamee ani waaqa koo Furmaata...
F/taa D/n Hiikaa Bultii
Abbaan bara baraa arjaan yeroo maraa Iyyeesuus maqaan kee guddaadha ulfinnii kee Buddeen jireeny...
F/taa D/n Lammii Mulunaa
Dhiphachuun kee gooftaa koo garaa na nyaataa Oolmaan kee qaraaniyoo kan guyyaa jimmaata Ati unuuf ...