Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee koorraa kanan si waaqessu Amaneen dubbadha Hoomtuu Nan dangessu Sirraa kan argamee si malee hin jiraatu Eebbaan kan siin dhufe abaarsi hin a...
Mootichi yihuudaa Iyyesuus gooftaadha(2x) Anis nana jedhaa abbaa koo Iyyesuus seenii manaa koo(2x) ...
F/taa Luba Buzalem Gimbaar
Iyyesus kiristoos waaqayyodha jette Tewahidoon wangelaan nu barsisa turte Nutis dhuga baana eeey...
F/taa Luba Buzalem Gimbaar
Iyyesus kiristoos waaqayyodha jette Tewahidoon wangelaan nu barsisa turte Nutis dhuga baana eeey...
F/ttaa D/n Naaroob Zawude
Gooftaa situ naaf lola diina koo Ano hin danda’uu sidha humni koo Warri Sooriyaa midhaaf fiiga...
F/taa D/N Gammachu Taammiru
Yakkamuun keenya hafe dhiigaan bitaamnerra Waadaa bara hedduu isaan rawwaterraa Lubbuun keenyas de...
F/ttuu Meetii Efreem
Yaa abbaa koo yaa gooftaa koo Na qabi maaloo anaan harkaa koo Anoo hin miidhaguu maaloo qofaa koo ...
F/taa D/n Adaanee Asraat
Foonsaa muree dhiigaasaa lolassee Fanniffamee du’ee kan naa fayyisee Ilma Waaqayyootti Iyyeesuus...
F/taa D/n Adaanee Asrat
An sin eebbiffamee summaan kabajamee Galatommiin jedha maqaa keen faarfaadha Seenaan koo haarome...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Galataaf dhaabbanne baraat lakka'amaa Sirraa nun fageessu haalotni gonkummaa Hirireerraa kunoo har...