App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Galata Gooftaa

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Iyyesuus Ati Anaaf Marartee Koo
Iyyesuus Ati Anaaf Marartee Koo

F/taa Abdiisaa

Iyyesuus ati anaaf marartee koo, Humna koo galgalaa moogolee koo. Jaalalaa keen hiddameen kulkulfa...

Waaqayyoo Amanamaa
Waaqayyoo Amanamaa

F/taa Dn Habtaamuu Deebisaa

Ture fakkaatus itti hin barfatu tasumaa, Waaqayyoon keenyaa amanamaa dhaa silumaa. Inni jalqabaa, ...

Waaqummaan kee dhugaadha
Waaqummaan kee dhugaadha

F/taa D/n Zerufa'eel Bahiruu

Waaqummaan kee dhugaadha, hin haalamu, Akkeenyi kee jaalala, hin qoratamu. Duris turtee ni jiraatt...

Surraan Adeemta
Surraan Adeemta

A/F/D/n Firaanol Moosisaa

Surraan adeemta takkaa hin durfamtu, Abidda dhaamsuuf bishaan hin baattu. Galmee badiinsaa ni haar...

Oolmaa Kee Gaafasii
Oolmaa Kee Gaafasii

A/F/D/n Firaanol Moosisaa

Oolmaa kee gaafasii, keessi koo hin dagatu, Si dhisee sammuun koo boqonnaa hin argatu. Hunda madaa...

Ati hoo ana hin dhiistu cubbuu koo ilaaltee
Ati hoo ana hin dhiistu cubbuu koo ilaaltee

F/ttuu Haannaa Malkaamuu

Ati hoo ana hin dhiistu, cubbuu koo ilaaltee, Yakkii koo baay’atus, yoom narraa fagaatte? Quba n...

Qoricha Addunyaa
Qoricha Addunyaa

F/taa Abraham Cheekool

Iyyasuus qoricha addunyaa Du'a keen nuuf laatte jireenya Oolma keetif mal siif deebisnaa Galataa ...

Nan beeka iddoo koo kaleessaa
Nan beeka iddoo koo kaleessaa

Nan beeka iddoo koo kaleessaa Bakka ati na fiddee dachee onaa kesssaa Garaa kotti yaannee tasa yaa...

Nan beeka iddoo koo kaleessaa
Nan beeka iddoo koo kaleessaa

Nan beeka iddoo koo kaleessaa Bakka ati na fiddee dachee onaa kesssaa Garaa kotti yaannee tasa yaa...