Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Galata maariyaam Nan dubbadha Durbee haadha koo Nan waammadha Akka Abbaa Efreem na eebbisi Mucaa Kee galataaf na kakaasi @Ceesisa Galata Maariyaam... Yommuushee waammannu Kadhaa keenyarratti Dubaroon ni dhufti Mana qulqullummaa...
F/taa Tafarraa Baqqalaa
Galata maariyaam Nan dubbadha Durbee haadha koo Nan waammadha Akka Abbaa Efreem na eebbisi Mucaa...
Fta Dn Rattaa Fantaahun
Ayyaanni abbaa si golboobee Sanyiin fayyinaa sidha durbee Afuurri dhugaan sirra bule Hundumaa kee...
F.Dn Daanyee Mokonnin
Fayyistuu Hewaan kottu Maariyaamii Firii Hannaa kan Iyyaaqemii Eebbifamtuu gugee koo garraamii S...
F.Dn Tafarraa Baqqalaa
Giiftii Keenya /Araarsummaa keen/ *2 Dubroo Maariyaam /Araarsummaa keen/ *2 Fayyisaa Addunyaa Raaj...
Qorichi Addaami sidha Maariyamii sin galateffadha akka abba ifremi Si'in Naaf minya'e ana...
F/taa Damee Kabbadaa
Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha ...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Maariyaam jijiirsiste kadhannaasheen wayinicha(2) Kadhannasheen - Wayinicha/2/ Mandara qaanatti ...
F/taa Naatii /Akliiluu
Maariyaam jijiirsiste kadhannaasheen wayinicha(2) Kadhannasheen - Wayinicha/2/ Mandara qaanatti ...
F/tuu Maqdas Sisay
Muudaa hin qabdu homaayyuu ofii keerratti/2/ Bahii Libaanos irraa Giiftii misirritti /2/ Eeyyee ...