Gaabbii diide lapheenkoo Kattaarra jabaatera. Gatii dhiigan nabituukee Oolmakee dagateera. Ati qajeelchi uumakoo Sagaleeke qulqulleessi. Isaa darbee na...
Ati na fayyisii an siin faarsaa(2) Saba kee hundaataan wa'ee kee odeessa Addunyaa hundarrattin maqaa kee olkaasaa Gocha kee kanaafis diina koo...
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee Akkam godheetan ibsaa gaarrummaa kee Duu’a koo naaf du...
Iyyesus kiristoos waaqayyodha jette Tewahidoon wangelaan nu barsisa turte Nutis dhuga baana eeeyyee Waaqayyoo dha Barumsi tewaahidos kunoo kanadha ...
Fayyisaa(2) Addunyaa Mootiin moototaa Dorgomaa hin qabu baraan jiraata * Jirma wayiiniiti....Fayyisaa Addunyaa Nyaata jireenyaatu.... Barsiisaa dhugaati......
By Web Master • Singer: F/taa Damee Kabbadaa
Various Artists
F/taa Abraham Hayilee
Faarfattu Indaashash Damisso
F/taa D/n Gammachiis Margaa
F/taa D/n Gaaddisaa Firdisaa
F/ttuu Tizzitaa Gaaddisaa
F/taa D/n Adaanee Asrat
F/taa D/n Adaanee Asraat
F/taa D/n Abebaw Teferra
Get the latest lyrics and educational content delivered to your inbox.