Dawoo keenya isheen haati gooftaa keenyaa*2 Kadhannaa isheetinii lafa yaanne geenya*2 dawoo keenya isheen :rakkina keessatti ...
Raamaa irraa ifaan mul’ata, Aangoon isaanii ergamoota hogganaa, Gabri’eelif kabaja kennaa, Gargaarsa isaa har'as nuti abdanna. Innaafadhaan waaqa isaa...
Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti/2/ Akka Daawiit anoo garbicha isaati /4/Eyyee Gooftaan koo Amaanu’eel baay’ee najaalate/2/ Seexana harkaa dhiiga isaan...
Galataaf dhaabbanne baraat lakka'amaa Sirraa nun fageessu haalotni gonkummaa Hirireerraa kunoo har'as oqubaadhaaf Ililleen guutamnee waa’ee olmaa keetif ...
Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha Ya durbee an galatan siif laadha Dukkana lixee biyya orm...
By Web Master • Singer: F/taa Damee Kabbadaa
F/taa Dn Hiikaa Bulti
F/taa Fayyisaa Asiraat
Various Artists
F/taa Waldasanbat Baqqalaa
F/taa Abraham Cheekool
F/ttuu Haannaa Malkaamuu
F/taa Mul’ataa Tazarraa
F/taa Anbassaa Tashoomaa
F/taa D/n Gammachiis yiggazzuu
F/ttuu Yeroom fi F/ttuu Mabraate
A/F/D/n Firaanol Moosisaa
F/ttuu Hiwoot Tasfaayee
F/taa Firaa'ol Tashoomaa
Get the latest lyrics and educational content delivered to your inbox.